DHIMMWF Lakk galme: 153231, "Exception to Res Judicata."
DHIMMWF Lakk Galmee: 153231 tahe irratti dhaddacha gaafa 25/01/2011 ooleen dhimma murtii xumura argate ta'ee haala addaan dhimma murtii dhumaa argate kan hin jechiisiifne ta'uu ilaalchisee murtii dirqisiisa ajaa'aba kannera.
========================
Kunis kafaltii qabeenya dhaalaa eega gaggeeffame booda kafaltii qabeenya dhaalmaa keessatti hammatamu /galuu qabu boodarra kan argame yoo tahe kafaltii qabeenya dhaalmaa jedhamee haaratti gaafachuun akka danda'amuu fi kana haaraatti gaafachuun dhimma murtiin xumura argate jechuun falmiin ka'u fudhatama kan hin qabne tahuu DHIMMWF lakk galme 153231 tahe dhaddacha gaafa 25/01/2011 ooleen murtii dirqisiisaa kanneer.
============================
(ውርስ ንብረት ክፍያ ከተደረገ በኋላ በክፍያ ውስጥ ያልገቡ በውርሱ ንብረት ውስጥ ገብተው የሚቆጠሩ አዲስ ሀብቶች የተገኙ እንደሆነ አዲስ የክፍያ ስርዓት መፈፀም የሚቻል ስለመሆኑ ).
============================

Comments