top of page

DHIMMWF Lakk galme 250900.

Oct 30, 2025
1 min read

Dhaddachi Ijibbaataa MMWF lakk galmee 250900 dhaddacha gaafa 5/2/2017 ooleen Ragaa Ogeessaa fi Ragaa Namaa idilee kallattii ilaalchisee murtii dirqisiisaa kenneera.

===================

Ragoonni namaa yeroo balaan tiraafikaa mudatu iddoo balichi itti mudate jiraniifi ragaa kallattii ta’an otoo jiranii, ragaan ogeessa tiraafikaa pilaanii kan kaase balicha booda, balaan booda guyyoota 3 ka'eyoo ta’e, ragaa kallattii waan hin taanef ragoonni namaa iddoo balichaa jiran, ragaa ogeessa tiraafikaa sana caala ragaa amansiisaa fudhatama qabuudha jechuun DHIMMWF murtii dirqisiisaa kanneera.

====================

Dhaddachi kun akka sababeessetti qajeeltoon ragaan ogeessaa ragaa kallattiitiin caalamu danda'a, akkkasumaas fudhatamummaan ragaa ogeessaa ragaa kallattiin haga waliin hin falleessinetti jedhu kan bu'ureeffateedha. Qajeeltoon kun murtii dirqisiisaa DHIMMWF kanaan dura jildii 12ffaa lakk galmee 14891 fi 43453 fi jildii 24ffaa lakk galmeee 175142 ta'e irratti kanne ture


===================

 
 
 

Recent Posts

See All
የኢትዮጵያ የፍትሐ ብሔር ሕግ አንቀጽ 2084 (የተሽከርካሪዎች ግጭት) የሕግ አተገባበር የአንቀጽ 2084 አጠቃላይ ይዘት

አንቀጽ 2084 ሁለት የሞተር ተሽከርካሪዎች እርስ በእርስ በሚጋጩበት ጊዜ የሚኖረውን የፍትሐ ብሔር ኃላፊነትና የጉዳት ክፍፍል የሚደነግግ ልዩ ድንጋጌ ነው። ድንጋጌው የተሽከርካሪ ባለቤቶች ባላቸው ጥብቅ ኃላፊነት (strict liability) እና በአሽከርካሪዎች ጥፋት (fault) መካከል ያለውን ሚዛን ይጠብቃል። 1

 
 
 
Employment relationship

Decision No. 278483 (Tir 28, 2018 E.C.) Theme of the Dispute The dispute concerns whether an employer-employee contractual relationship existed between the applicant (Physical Risk Solution PLC) and t

 
 
 
ሰበር ሰሚ ችሎት ውሳኔዎች በወንጀል ጉዳይ ሰቶ የነበረው ላይ የተደረገ ዝርዝር የሕግ ትንተና

1. የሰበር መዝገብ ቁጥር 72304 (የውሳኔ ቀን፡ ሰኔ 18 ቀን 2004 ዓ.ም.) የክርክር ርዕሰ ጉዳይ ጉዳዩ *በአንድ የወንጀል ድርጊት ሁለት ጊዜ የመከሰስና የመቀጣትን** (የድጋሚ ቅጣት ክልከላ) ሕጋዊነትን እንዲሁም ለዚህ መሠረታዊ መብት መተግበር መሟላት ያለባቸውን ሕጋዊ መስፈርቶች የሚመለከት ነው። ### አጭ

 
 
 

Comments

Rated 0 out of 5 stars.
No ratings yet

Add a rating
bottom of page